Nuu Qunnamaa    +251113-726218    info@caffeeoromiyaa.gov.et                               

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Baninsa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa BHC 6ffaa
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti
    gabaasa ji'a 6 qaama raawwachisaa PMNO tiin dhiyaate
  • Slide Background Image
    Jalqabbii Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa
  • Slide Background Image
    Hordoffii fi To'annoo koreewwan dhaabbii Caffee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Muudama Qaamolee Mootummaa Sadan
  • Slide Background Image
    Kabaja Guyyaa Saboota, Sablamoota Ummattoota Itoophiyaa
  • Slide Background Image
    Sagantaa Leenjii fi Beekamtii Kennuu Manneen Maree Aanaalee Oromiyaa
  • Slide Background Image
    Yaa'ii Idilee 4ffaa Waggaa 2ffaa bara hojii Caffee 6ffaa irratti Labsiiwwan labsaman
  • Slide Background Image
    Sagantaa Eebba Piroojektoota adda addaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaatiin

                             Baga Gara Marsariitii Waajjira Caffee  Oromiyaa Nagaan Dhuftan!

 

Ergaa Afyaa’ii Caffee Oromiyaa

Ummanni Oromoo ‘Caffee’ sirna demokiraatawaa ammayyaa har’a itti fayyadamaa jiru hundeeffachuu isaan duratti, aadaa, duudhaafi eenyummaa isaa ganamaa irraa kan madde, guddina demokiraasii ammayyaaf bu’uura kan ta’e, sirna bulchiinsaa Gadaan hawaasa baroota dheeraaf wal bulchaa tureefi ammas duudhaa isaa kaleessaa osoo gadi hin lakkisiin Gadaan bulaa jirudha.

Oromoon sirna kanaan siyaasa, diinagdeefi hawaasummaa isaa gaggeeffachaa ture. Kana malees, madaala uumaafi uumama gidduu jiru kan ittiin tikfatu, hariiroo jiruufi jireenyaa keessoo isaatti ittiin walbulchuufi ummattoota biroo ollaa isaa jiraatan waliinis nagaafi jaalalaan haammatee waloon haala ittiin waliin jiraachuu qabu ilaalchisee seera kan tumatu Caffee sirna Gadaa kana jalattidha.