Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Magaalaa Naqamteetti argaman, hojii misoomaa oomisha kuduraafi muduraa Mana Amala Sirreessaa Godina Wallagga Bahaa
Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan, Pireezidaantii Mana Murtii Waliigala Oromiyaa Kab. Obbo Gazaalii A/Simaliifi hooggantoonni garaa garaa Yaa'ii Abbootii Seeraa Naannoo Oromiyaa 7ffaa Magaalaa Naqamteetti argaman, hojii misoomaa oomisha kuduraafi muduraa Mana Amala Sirreessaa Godina Wallagga Bahaa dabalatee, Mana Murtii Magaalaa Naqamtee, haroo namtolchee, Mana Murtii Aadaafi horsiisa Lukkuu daawwatan.